-
Isaayyaas 13:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Iddaawwan isaanii dargaggoota ni caccabsu;+
Isaan firii gadameessaatiif garaa hin laafan,
Ijoolleedhaafis hin gaddan.
-