Miikiyaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Saba kee, bushaayee dhaala keetii,Isa bosona keessa, maasii fuduraa gidduu kophaa isaa jiraachaa ture sana ulee keetiin tiksi.+ Isaan akkuma bara durii Baashaanii fi Giiliyaad keessa haa dheedan.+
14 Saba kee, bushaayee dhaala keetii,Isa bosona keessa, maasii fuduraa gidduu kophaa isaa jiraachaa ture sana ulee keetiin tiksi.+ Isaan akkuma bara durii Baashaanii fi Giiliyaad keessa haa dheedan.+