-
Ermiyaas 51:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Ani hammina isaan Xiyoon keessatti ija keessan duratti raawwatan hundumaatiif,
Baabilonii fi jiraattota biyya Kaladootaa hundumaatiif gatii isaanii nan deebisa”+ jedha Yihowaan.
-