-
2 Mootota 23:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Haa taʼu malee, wantoota hamoo Minaaseen isa dheekkamsiisuuf raawwate hundumaatiin kan kaʼe, Yihowaan aarii isaa isa Yihudaa irratti bobaʼe irraa hin deebine ture.+
-
-
Hisqiʼel 24:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Ani Yihowaan kana dubbadheera. Inni ni raawwatama. Utuun duubatti hin jedhin, utuun hin gaddinii fi utuun hin gaabbin tarkaanfii nan fudhadha.+ Isaan akka daandii keettii fi akka gocha keetti sitti ni murteessu’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”
-