27 “Biyyattii keessatti mallattoo dhaabaa.+
Saboota gidduutti xurumbaa afuufaa.
Saboota ishii irratti ramadaa.
Mootummoota Araaraat,+ Miinii fi Ashkenaaz+ ishii irratti waamaa.
Ajajaa loltoota filatu ishii irratti ramadaa.
Fardeenis akka awwaannisaatti akka itti dhufan godhaa.
28 Saboota ishii irratti ramadaa,
Mootota Meedon,+ bulchitoota ishii fi bulchitoota ishii warra gad aanoo hundumaa,
Akkasumas biyyoota isaan jalatti bulan hundumaa ishii irratti ramadaa.