Ermiyaas 51:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.* Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+ Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.
11 “Xiyyawwan qaradhaa;+ gaachanootas qabadhaa.* Yihowaan Baabiloniin ona gochuu waan barbaadeef,Hafuura mootota Meedon kakaaseera.+ Sababiin isaas, Yihowaan haaloo ni baʼa, inni mana qulqullummaa isaatiif haaloo ni baʼa.