Mulʼata 18:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Mootonni lafaa warri ishii wajjin halalummaa* raawwatanii fi qaanii malee jireenya qananii ishii wajjin jiraatan, aara yommuu ishiin gubattu ol baʼu arganii ishiidhaaf ni booʼu, gaddaanis qoma isaanii ni rurrukutu.
9 “Mootonni lafaa warri ishii wajjin halalummaa* raawwatanii fi qaanii malee jireenya qananii ishii wajjin jiraatan, aara yommuu ishiin gubattu ol baʼu arganii ishiidhaaf ni booʼu, gaddaanis qoma isaanii ni rurrukutu.