Mulʼata 18:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Innis sagalee guddaadhaan akkana jedhee iyye: “Kufteetti! Baabilon Guddittiin kufteetti;+ ishiin bakka jinniiwwan jiraatan, bakka hafuuronni xuraaʼoon hundi, simbirroonni xuraaʼoonii fi jibbisiisoon hundi keessa jiraatan taateetti!+ Mulʼata 18:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Mootonni lafaa warri ishii wajjin halalummaa* raawwatanii fi qaanii malee jireenya qananii ishii wajjin jiraatan, aara yommuu ishiin gubattu ol baʼu arganii ishiidhaaf ni booʼu, gaddaanis qoma isaanii ni rurrukutu.
2 Innis sagalee guddaadhaan akkana jedhee iyye: “Kufteetti! Baabilon Guddittiin kufteetti;+ ishiin bakka jinniiwwan jiraatan, bakka hafuuronni xuraaʼoon hundi, simbirroonni xuraaʼoonii fi jibbisiisoon hundi keessa jiraatan taateetti!+
9 “Mootonni lafaa warri ishii wajjin halalummaa* raawwatanii fi qaanii malee jireenya qananii ishii wajjin jiraatan, aara yommuu ishiin gubattu ol baʼu arganii ishiidhaaf ni booʼu, gaddaanis qoma isaanii ni rurrukutu.