Isaayyaas 45:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani Yihowaa Waaqa IsraaʼelIsa maqaa keetiin si waamu taʼuu koo akka beektuuf,+Qabeenya dukkana keessa jiru,Qabeenya dhokfamaa iddoo hin mulʼanne keessa jirus siif nan kenna.+ Ermiyaas 50:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Fardeen isaanii fi gaariiwwan fardaa waraanaa isaanii irratti,Uummata walitti makamee fi ishii gidduutti argamu hundumaa irratti goraadeen luqqifameera,Isaanis akkuma dubartootaa ni taʼu.+ Qabeenya ishii irratti goraadeen luqqifameera, innis ni saamama.+
3 Ani Yihowaa Waaqa IsraaʼelIsa maqaa keetiin si waamu taʼuu koo akka beektuuf,+Qabeenya dukkana keessa jiru,Qabeenya dhokfamaa iddoo hin mulʼanne keessa jirus siif nan kenna.+
37 Fardeen isaanii fi gaariiwwan fardaa waraanaa isaanii irratti,Uummata walitti makamee fi ishii gidduutti argamu hundumaa irratti goraadeen luqqifameera,Isaanis akkuma dubartootaa ni taʼu.+ Qabeenya ishii irratti goraadeen luqqifameera, innis ni saamama.+