-
Isaayyaas 44:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kunoo, michoonni isaa hundi ni qaanaʼu!+
Ogeeyyiin harkaa sunis namoota dha.
Hundi isaanii walitti qabamanii iddoo isaanii haa qabatan.
Isaan ni naʼu, hundi isaaniis ni salphatu.
-