-
Ermiyaas 50:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yaa Baabilon, ani kiyyoo siif kaaʼeera, atis qabamteetta,
Ati kana hin hubanne.
Ati kan mormite Yihowaa waan taʼeef,
Ni argamte, ni qabamtes.+
-
-
Ermiyaas 50:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Dhiphinni isa qabata,
Akkuma dubartii ciniinsuu irra jirtuus ni dhiphata.
-