-
Ermiyaas 25:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+
-
-
Ermiyaas 25:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Dhugaa, machaaʼaa, hooqqisaas; goraadee ani isin gidduutti erguun kan kaʼes kaʼuu hamma hin dandeenyetti kukkufaa.”’+
-