-
Ermiyaas 49:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Magaalaan ulfina qabeettii taate,
Magaalaan gammachuudhaan guutamte utuu hin onin kan hafte akkamitti?
-
-
Daaniʼel 4:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Mootichi, “Kun Baabilon Guddittii ishii mana mootummaa akka taatuuf, akkasumas guddina ulfina kootiif jedhee, anumti humna koo fi jabina kootiin ijaare sana mitii?” jedhe.
-