Ermiyaas 51:58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 58 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Dallaan Baabilon balʼaa taʼus guutummaatti ni diigama,+Karrawwan ishii dhedheeroo taʼanis ibiddaan ni gubamu. Namoonni akkanumaan dhamaʼu;Saboonnis ibidduma sooruuf of dadhabsu.”+
58 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Dallaan Baabilon balʼaa taʼus guutummaatti ni diigama,+Karrawwan ishii dhedheeroo taʼanis ibiddaan ni gubamu. Namoonni akkanumaan dhamaʼu;Saboonnis ibidduma sooruuf of dadhabsu.”+