Mulʼata 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Maleekaa jabaan tokko dhagaa akka dhagaa daakuu guddaa tokko ol fuudhee galaana keessatti gad darbatee akkana jedhe: “Baabilon magaalaa guddittiin, akkuma kana furguggifamtee gad ni darbatamti, matumaas deebitee hin argamtu.+
21 Maleekaa jabaan tokko dhagaa akka dhagaa daakuu guddaa tokko ol fuudhee galaana keessatti gad darbatee akkana jedhe: “Baabilon magaalaa guddittiin, akkuma kana furguggifamtee gad ni darbatamti, matumaas deebitee hin argamtu.+