1 Mootota 7:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Inni miʼa bishaanii+ tokkoon tokkoon isaanii safartuu baatii 40 qabatan kudhan sibiila diimaa irraa ni hojjete. Miini bishaanii kun tokkoon tokkoon isaa dhundhuma afur ture.* Gaariiwwan kurnan hundi miʼa bishaanii tokko tokko qabu turan.
38 Inni miʼa bishaanii+ tokkoon tokkoon isaanii safartuu baatii 40 qabatan kudhan sibiila diimaa irraa ni hojjete. Miini bishaanii kun tokkoon tokkoon isaa dhundhuma afur ture.* Gaariiwwan kurnan hundi miʼa bishaanii tokko tokko qabu turan.