- 
	                        
            
            1 Mootota 7:48, 49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
48 Solomoon mana Yihowaatiif miʼawwan kana hundumaa ni hojjete: iddoo aarsaa+ warqii, minjaala+ warqii daabboon ilaalchaa* irra kaaʼamu, 49 baattuuwwan ibsaa+ warqii qulqulluu irraa tolfamanii kutaa isa keessaa fuuldura gara mirgaa shan gara bitaas shan godhamanii kaaʼaman, akkasumas abaaboowwan,+ ibsaawwanii fi qabduuwwan warqii irraa tolfaman,+
 
 -