-
Ermiyaas 6:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
“Akkuma firiin wayinii inni dhumaa muka wayinii irraa funaanamutti, isaan namoota Israaʼel warra hafan guutummaatti ni funaanu.
Akkuma nama muka wayinii irraa firii wayinii funaanuutti, ammas harka kee itti ergi.”
-