Hisqiʼel 22:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Si gidduutti namni tokko haadha manaa nama kan biraa wajjin wanta jibbisiisaa taʼe raawwata,+ inni kan biraan gocha qaanessaa taʼeen haadha manaa ilma isaa xureessa,+ inni kan biraan immoo obboleettii isaa ishii intala abbaa isaa taate xureessa.+
11 Si gidduutti namni tokko haadha manaa nama kan biraa wajjin wanta jibbisiisaa taʼe raawwata,+ inni kan biraan gocha qaanessaa taʼeen haadha manaa ilma isaa xureessa,+ inni kan biraan immoo obboleettii isaa ishii intala abbaa isaa taate xureessa.+