Ermiyaas 23:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isaan warra na tuffataniin irra deddeebiʼanii,‘Yihowaan, “Nagaa ni argattu” jedheera’ jedhu.+ Nama garaa isaa isa didaa taʼe duukaa buʼu hundumaatiinis,‘Badiisni isin irra hin gaʼu’ jedhu.+
17 Isaan warra na tuffataniin irra deddeebiʼanii,‘Yihowaan, “Nagaa ni argattu” jedheera’ jedhu.+ Nama garaa isaa isa didaa taʼe duukaa buʼu hundumaatiinis,‘Badiisni isin irra hin gaʼu’ jedhu.+