-
Ermiyaas 1:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yihowaanis akkana naan jedhe:
“Jiraattota biyyattii hundumaa irratti,+
Kaaba irraa badiisni ni gadhiifama.
-
-
Ermiyaas 10:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Dhagaʼaa! Oduun tokko dhufaa jira!
-