-
Isaayyaas 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yihowaan akkana jedha: “Ijoolleen durbaa Xiyoon kan of tuulan,
Mataa isaanii ol qabanii* kan deeman,
Ija isaaniitiin kan kolomsan, tafa isaanii asii fi achi raasaa,
Sagalee albuu isaaniis dhageessisaa kan deeman taʼuu isaaniitiin kan kaʼe,
-