21 Kanaafuu, ilmaan isaanii beelatti,
Isaaniinis goraadeetti dabarsii kenni.+
Haadhotiin manaa isaanii ijoolleen kan jalaa duʼanii fi abbootiin manaa kan irraa duʼan haa taʼan.+
Dhiironni isaanii dhaʼicha nama ajjeesuun haa duʼan,
Dargaggoonni isaaniis waraana irratti goraadeedhaan haa ajjeefaman.+