Hisqiʼel 22:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Si gidduutti isaan dhiiga dhangalaasuuf mattaʼaa fudhatu.+ Atis dhalaan yookiin buʼaa* argachuuf jettee liqeessita;+ olloota kee irraas maallaqa saamta.+ Eeyyee, ati guutummaatti na irraanfatteetta’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.
12 Si gidduutti isaan dhiiga dhangalaasuuf mattaʼaa fudhatu.+ Atis dhalaan yookiin buʼaa* argachuuf jettee liqeessita;+ olloota kee irraas maallaqa saamta.+ Eeyyee, ati guutummaatti na irraanfatteetta’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.