-
Ermiyaas 15:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Dubartoonni isaanii warri abbaan manaa irraa duʼe ana duratti cirracha qarqara galaanaa caalaa hedduu ni taʼu.
Ani guyyaa saafaa isaan irratti, jechuunis haadhotii fi dargaggoota irratti isa badiisa geessisu sana nan fida.
Akkuma tasaas naasuu fi jeequmsa isaan irratti nan fida.
-