-
Ermiyaas 9:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
“Ani isaan nan baqsa, isaan nan qoras,+
Intala saba kootii irratti wanta kan biraa akkamiin gochuu dandaʼa?
-
-
Hisqiʼel 22:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Akkuma meetiin, sibiilli diimaan, sibiilli, sibiilli irsaasii fi qorqorroon ibiddi itti bobeeffamee akka baquuf iddoo ibiddaa keessatti walitti qabamutti, anis dheekkamsaa fi aarii kootiin walitti isin nan qaba; ibidda isinitti bobeessees isin nan baqsa.+
-