-
Ermiyaas 26:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Yihowaan akkana jedha: ‘Mooraa mana Yihowaa keessa dhaabbadhuutii waaʼee namoota magaalota Yihudaa warra waaqeffannaadhaaf* gara mana Yihowaa dhufan hundumaa dubbadhu. Wantan si ajaju hundumaa isaanitti himi; jecha tokko illee hin hambisin.
-
-
Hisqiʼel 2:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Isaan finciltoota waan taʼaniif, dhagaʼanis dhagaʼuu baatanis ati dubbii koo isaanitti himuu qabda.+
-