LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 19:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 achiis akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Akkuma namni tokko suphamuu hamma hin dandeenyetti miʼa suphe dhooftuu tokkoo caccabsuutti, anis saba kanaa fi magaalaa kana nan caccabsa; isaanis warra duʼan awwaaluuf iddoon hamma dhabamutti Tofeet keessatti isaan ni awwaalu.”’+

  • Hisqiʼel 6:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Iddoowwan aarsaa keessan ni diigamu, miʼawwan keessan warri ixaana itti aarsitanis ni caccabu;+ anis namoota keessan warra ajjeefaman waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo taʼan* duratti nan gata.+ 5 Reeffa namoota Israaʼel waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼan duratti nan gata; lafeewwan keessanis iddoowwan aarsaa keessanitti marsee nan bittinneessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi