- 
	                        
            
            Ermiyaas 23:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 “Kanaafuu, daandiin isaanii kan mucucaatuu fi dukkana ni taʼa;+
Isaan darbatamanii ni kufu.
Sababiin isaas, waggaa itti qoratamanitti
Badiisa isaanitti nan fida” jedha Yihowaan.
 
 -