-
Ermiyaas 30:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Sababiin isaas, Yihowaan akkana jedha:
“Cabni kee hin fayyu.+
Madaan kees fayyuu kan hin dandeenye dha.
13 Dhimma keetiif kan falmu hin jiru,
Madaan kee karaa itti fayyu hin qabu.
Ati fayyuu hin dandeessu.
-