Baʼuu 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isin anaaf mootummaa lubootaa fi saba qulqulluu ni taatu.’+ Wantoota kana Israaʼelotatti dubbadhu.” Keessa Deebii 7:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+
6 Isin anaaf mootummaa lubootaa fi saba qulqulluu ni taatu.’+ Wantoota kana Israaʼelotatti dubbadhu.”
6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+