-
Ermiyaas 12:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Sababiin isaas, obboloonni kee, warri maatii abbaa keetii taʼan illee
Si gananiiru.+
Isaan sagalee ol kaasanii sitti iyyaniiru.
Wanta gaarii yoo sitti dubbatan illee,
Isaan hin amanin.
-
-
Miikiyaas 7:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Hiriyaa keessan hin amaninaa,
Yookiin michuu dhihoo keessanitti hin amanaminaa.+
Ishii hammattee ciistu sanatti wanta dubbattu ilaalchisee of eeggadhu.
-