1 Qorontos 1:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 kunis akkuma, “Inni boonu Yihowaadhaan* haa boonu”+ jedhamee barreeffametti dha. 2 Qorontos 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 “Haa taʼu malee, inni boonu Yihowaadhaan* haa boonu.”+