Keessa Deebii 32:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sabni Yihowaa qooda isaa ti;+Yaaqoob dhaala isaa ti.+ Faarfannaa 135:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Sababiin isaas, Yaah Yaaqoobiin ofii isaatiif,Israaʼeliinis qabeenya addaa* godhatee filateera.+