LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 79:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Saboota si hin beekne irratti,

      Mootummoota maqaa kee hin waammanne irrattis dheekkamsa kee dhangalaasi.+

       7 Sababiin isaas, isaan Yaaqoobiin nyaataniiru,

      Biyya isaas onsaniiru.+

  • Ermiyaas 8:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Daan irraa sagaleen fardeen diinaa ni dhagaʼama.

      Guutummaan biyyattii,

      Sagalee fardeen kormaa isaa warra himimsaniin ni kirkirti.

      Isaan seenanii biyyattii fi wanta ishii keessa jiru hundumaa,

      Magaalattii fi jiraattota ishiis ni nyaatu.”

  • Faaruu Ermiyaas 2:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ati akka waan guyyaa ayyaanaa taʼetti,+ kallattii hundumaatii jeequmsa waamteetta.

      Guyyaa dheekkamsa Yihowaatti namni tokko illee hin miliqne yookiin hin oolle;+

      Diinni koo warra ani daʼee* guddise fixeera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi