37 Achiis akkana jedha: ‘Waaqoliin isaanii eessa jiru?+
Qarsaan isaan itti baqatan sun,
38 Inni cooma aarsaawwan isaanii nyaachaa,
Daadhii wayinii aarsaawwan dhugaatii isaaniis dhugaa ture sun eessa jira?+
Mee isaan kaʼanii isin haa gargaaran.
Iddoo itti baqattanis isiniif haa taʼan.