-
Hisqiʼel 34:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “‘“Kanaafuu, isin tiksitoonni dubbii Yihowaa dhagaʼaa: 8 ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha, tikseen dhabamuu isaatiin kan kaʼe hoolonni koo adamsamanii bineensa bosonaa hundumaatiif nyaata taʼaniiru; tiksitoonni koos hoolota koo hin barbaanne; isaan of sooruu isaanii itti fufan malee hoolota koo hin soorre;”’
-