LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 63:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Sabni kee inni qulqulluun yeroo muraasaaf biyyattii dhaalee ture.

      Diinonni keenya iddoo qulqulluu kee ni dhidhiitan.+

  • Ermiyaas 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Anis, ‘Akkamitti ilmaan koo gidduu akkan si kaaʼe, biyya jaallatamtuu, dhaala saboota gidduutti* hundumaa caalaa bareedduu taate sanas akkamitti akkan siif kenne’+ nan yaade. Kana malees, ‘Abbaa koo!’ jettanii akka na waamtan, na duukaa buʼuus akka hin dhiisne yaadeen ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi