-
Miikiyaas 6:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Sanyii ni facaafatta, garuu midhaan hin galfattu.
Zayitii baafachuuf firii ejersaa ni dhidhiitta, garuu zayitii isaatti hin fayyadamtu;
Daadhii wayinii haaraa ni qopheeffatta, garuu daadhii wayinii hin dhugdu.+
-