-
Ermiyaas 6:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Nuti waaʼee kanaa oduu dhageenyeerra.
-
-
Miikiyaas 4:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Amma maaliif sagalee kee guddistee iyyita?
Akkuma dubartii daʼumsa irra jirtuutti ciniinsuun kan si qabate,+
Ati mootii hin qabduu?
Moo gorsitoota keetu dhume?
-