-
Faarfannaa 106:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Waaqa isa Fayyisaa isaanii taʼe,
Isa Gibxii keessatti wantoota guguddaa raawwate,+
-
Isaayyaas 45:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Fayyisaa kan taate, yaa Waaqa Israaʼel,+
Ati dhugumaan Waaqa of dhoksu dha.
-
-
-