-
Ermiyaas 2:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Ati akkamitti, ‘Ani of hin xureessine.
Baʼaal duukaas hin buune’ jechuu dandeessa?
Daandii kee isa sulula keessatti argamu ilaali.
Wanta raawwattes hubadhu.
Ati akkuma gaala dhaltuu saffisa qabdu,
Ishii kaayyoo malee daandiiwwan ishii irra asii fi achi fiigduu ti,
-