16 “Ati garuu, saba kanaaf hin kadhatin. Waanan si hin dhageenyeef,+ isaaniif jettee gara kootti hin iyyin yookiin kadhannaas taʼe wawwaannaa hin dhiheessin.+
14 “Ati* garuu saba kanaaf hin kadhatin. Ani badiisa isaan irra gaʼuun kan kaʼe yommuu na waammatan waanan hin dhageenyeef, isaaniif jettee gara kootti hin iyyin yookiin isaaniif hin kadhatin.+