-
Ermiyaas 12:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Dhaalli koo akkuma leenca bosona keessa jiruu natti taate.
Na irratti baroodde.
Kanaafuu, ishii nan jibbe.
-
-
Faaruu Ermiyaas 5:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Ati garuu guutummaatti nu dhiisteetta.
Amma iyyuu akka malee nutti aarteetta.+
-