Hisqiʼel 12:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Ani isiniif mallattoo dha.+ Akkuman godhe kanatti, isaan irratti ni raawwatama. Isaan boojuudhaan ni fudhatamu.+
11 “Akkana isaaniin jedhi: ‘Ani isiniif mallattoo dha.+ Akkuman godhe kanatti, isaan irratti ni raawwatama. Isaan boojuudhaan ni fudhatamu.+