3 Yaa Yihowaa, ijji kee amanamummaa arguu barbaada mitii ree?+
Ati isaan ni rukutte, garuu kun isaan irratti jijjiirama hin fidne.
Ati isaan ni balleessite, isaan garuu adaba fudhachuu didan.+
Fuula isaanii qarsaa caalaa cimaa godhan,+
Deebiʼuus ni didan.+