-
Ermiyaas 20:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Sababiin isaas, yeroon dubbadhu hundumaatti,
“Jeequmsaa fi badiisa!” jedhee nan iyya, nan labsas.
Dubbii Yihowaatiin kan kaʼe guyyaa guutuu nan arrabsama, akkasumas natti qoosama.+
-