Ermiyaas 20:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yihowaan garuu akka loltuu sodaachisaatti anaa wajjin ture.+ Warri na ariʼatan kan gufatanii fi kan hin moone kanaafi.+ Isaan milkaaʼina waan hin arganneef, qaanii guddaadhaaf ni saaxilamu. Salphinni bara baraaf isaan irra gaʼu hin irraanfatamu.+
11 Yihowaan garuu akka loltuu sodaachisaatti anaa wajjin ture.+ Warri na ariʼatan kan gufatanii fi kan hin moone kanaafi.+ Isaan milkaaʼina waan hin arganneef, qaanii guddaadhaaf ni saaxilamu. Salphinni bara baraaf isaan irra gaʼu hin irraanfatamu.+