-
Nahimiyaa 9:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Ati gara Seera keetti isaan deebisuuf irra deddeebitee kan isaan akeekkachiiste taʼus, isaan garuu of tuultota taʼan; ajajawwan kees dhagaʼuu ni didan;+ dambiiwwan kee warra namni tokko yoo isaan eege lubbuudhaan ittiin jiraatu+ sana irrattis cubbuu ni raawwatan. Isaan mata jabinaan dugda isaanii sitti ni garagalchan; boqu jabeeyyii taʼan; dhaggeeffachuus ni didan.
-
-
Ermiyaas 6:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Isaan akkuma sibiila diimaa ti, akkuma sibiilaa tis;
Hundi isaanii mancaʼaniiru.
-