2 Seenaa Baraa 7:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 biyya koo isan isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan buqqisa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata; innis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamuu* fi kan itti qoosamu akka taʼu nan godha.+ Ermiyaas 15:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani diinota keetiif isaan nan kenna,Isaanis gara biyya ati hin beeknetti isaan geessu.+ Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin ibiddi qabsiifameera,Isin irrattis bobaʼaa jira.”+ Ermiyaas 17:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ati fedhuma keetiin dhaala kee isan siif kenne ni dhabda.+ Dheekkamsa koo akkuma ibiddaatti waan qabsiisteef,*+Biyya ati hin beekne keessatti diinota kee akka tajaajiltu nan godha.+ Dheekkamsi koos yeroo hundumaatiif ni bobaʼa.”
20 biyya koo isan isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan buqqisa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata; innis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamuu* fi kan itti qoosamu akka taʼu nan godha.+
14 Ani diinota keetiif isaan nan kenna,Isaanis gara biyya ati hin beeknetti isaan geessu.+ Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin ibiddi qabsiifameera,Isin irrattis bobaʼaa jira.”+
4 Ati fedhuma keetiin dhaala kee isan siif kenne ni dhabda.+ Dheekkamsa koo akkuma ibiddaatti waan qabsiisteef,*+Biyya ati hin beekne keessatti diinota kee akka tajaajiltu nan godha.+ Dheekkamsi koos yeroo hundumaatiif ni bobaʼa.”